Hook
Biyya Ethiopia jedhamtu kanam, ulagalaana kamitti dhabde, quba qabda laata? Video kana share, copy link gochuudhaan daawwannaa kan kee galii. Bakki ati argachaa jirtu kun bara 1999-99 tti, daangaa Ethiopia fi Ertiraan erraatti kooti-kootiidhaan walwaraanaa turaniidha. Baadiinme, Zalaambessaa, Tsorenaa fi Buree bakka jedhamuudha. Loolli kanarraatti dirree waraanaa irratti Ethiopia mootus, waligalte al-Jersi fi dilaa addunyaatiin, Ertiraan akkasuma mootu taasiifame. Bara 1998-shan, dogoggoramootumaa yeroo sanaa fi mootumootumaa Ethiopia-tiin, biyyi citte of dandeessise Ethiopia-rraa, biyya taate Ertiraan. Waggashani booda, bara 1999-2, waraaraa akka tasaa Ethiopia irratti banuudhaan, baadiinme, Zalaambessaa dabalatee, naannolee biroo of jala deebisee olfachuu dhaaf, waraana bara 1999-2, shaabiyaan irratti baneen, naannolee sana Ertiraan akka deebisee of jala deebisee olche ture. Walwaraansa waggaa lamaa keessatti, sarbama mirga namummaa fi rakkoolee naannoo sana keessatti uumama turan kan hubate ilaalame, abbaan dilaa addunyaa, waligalte gidduu biyyoota lamaanii akka karaa bu'u taasisan.
More breakout videos from this creator.