Hook

Effekti kanaa disuuraa tokkoo gargaaramee jitaanii haala kanaa ni edit gochuu ni barbaadduu? Ni barbaadduu yoo ta'e, akkamitti akka itti fayyadamtuu gargaaramaa, masniitti nagar siisaa. Dursa goraa akaawuntii kanaa faaraa utaatuu, follow nu gochuu fi vidiyoo kana ammoo like fi share gochuu hin dagatinaa. Jalqaba irratti effekti akkasii siin ni bajjetuu kana argachuuf garaa TikTokii keessan keessatti erga seenanii booda, bakka searchii kanaa tokkoon isaa keessatti photo pinus effect jedhanii barreesuun search gochuu. Sana booda effekti kana ni argatuu. Jalqaba irratti yoo musniifiduu, erraatti tokkoo daana gargaaramaa seenanii booda, bakka mallattoo plusii bakkaatti kanarraa, kanarraa tokkoo suuraa tokkoo gaalarii keessan keessaa filachuudhaan itti galchitaniin record gochuu. Effekti kanaa siin ni boojjataa jedhuudha. Erga kessatti siin ni boojjatee booda, gargaaramaa TikTok irratti post gochuu fi akkasumaammoo gaalarii keessan keessatti download gochuu ni dandeessu. Kanaafuu effekti kana akkasitti itti fayyadamaa. Yeroo yeroon tipsiiwwan akkasii waan akkasii waan hin gadhiisuu, vidiyoo kana like fi share gochuu hin dagatinaa, akkasuma gaafii qabaattan comment irratti na barreessaa, galatoomaa, nagaatti.
Their other posts in the index, biggest breakout first.