Hook

TikTok-i irra teechala linkii keessan maali akka fakkaatu yookiin fakkaatu baruu yookiin barmaadana amansiisni itti nagasisiisa. Dursaa garu kaawuntii kana follow gochuudhaan sooloo nu gochuun video kana ammoo like gochuun share gochuun daggatiina. Jalqaba irratti garu TikTok-i keessan keessaa search bar-i kanatti tuquun as keessatti my type jettanii barreesuun search gootu. Sana booda TikTok-in irra yookiin irra baataayii keessan ta'an search gootee siniif fida. Kanaafuu, isiniis trend-i kana yaalaalaatii, warreen isiniif hin fayyadamne ammoo my type keessan ta'uufi ta'uufi dhiisuu keessanii comment-i irratti na barreesaa. Yeroo yeroon tipsiwwan wanneekka siwwan gadii so video kana like-i fi share gochuun daggatiina, galatoomaa, nagaatti.
Their other posts in the index, biggest breakout first.